Biyyi keenya Itiyoophiyaan mallattoo adda addaa fi biyya eenyummaa, amantii, aadaa, afaan, fi ilaalcha siyaasaa adda addaa tokkoomsitudha. Lammiileen ishee gama adda addaatiin adda ta’anis, jaarraa hedduuf kabajaa fi wal danda’uun jiraachaa kan turan yoo ta’u, garaagarummaa isaanii bareedina isaanii taasisaniiru. Abbaa biyyummaa fi walabummaa biyya isaanii wareegama kaffaluun tikfatanii nuuf dabarsan.
Error: Contact form not found.
Elections make a fundamental contribution to democratic governance. Because direct democracy – a form of government in which political decisions are made directly by the entire body of qualified citizens – is impractical in most modern societies, democratic government must be conducted through representatives.